Faarfannaa 120:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Nama biyya ormaa taʼee Meesheek+ keessa waanan jiraadheef, anaaf wayyoo! Dunkaanota Qeedaar+ gidduu jiraadheera. Ermiyaas 49:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Qeedaarii+ fi mootummoota Hazoor warra Nebukadnezaar* mootiin Baabilon rukute ilaalchisee Yihowaan akkana jedha: “Kaʼaa, gara Qeedaaritti ol baʼaa,Ilmaan Bahaa sanas balleessaa. Hisqiʼel 27:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Ati Arabootaa fi geggeessitoota Qeedaar+ warra hoolota xobbaallaa, korbeeyyii hoolaa fi reʼoota+ gurguran sana hundumaa mindeeffatteetta.
5 Nama biyya ormaa taʼee Meesheek+ keessa waanan jiraadheef, anaaf wayyoo! Dunkaanota Qeedaar+ gidduu jiraadheera.
28 Qeedaarii+ fi mootummoota Hazoor warra Nebukadnezaar* mootiin Baabilon rukute ilaalchisee Yihowaan akkana jedha: “Kaʼaa, gara Qeedaaritti ol baʼaa,Ilmaan Bahaa sanas balleessaa.
21 Ati Arabootaa fi geggeessitoota Qeedaar+ warra hoolota xobbaallaa, korbeeyyii hoolaa fi reʼoota+ gurguran sana hundumaa mindeeffatteetta.