LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Seenaa Baraa 17:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Akkasumas, Filisxeemonni kennaawwanii fi maallaqa akka gibiraatti Yoshaafaaxiif ni fidan. Araboonnis bushaayeewwan isaanii keessaa korbeeyyii hoolaa 7,700 fi korbeeyyii reʼee 7,700 isaaf ni fidan.

  • Isaayyaas 60:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Bushaayeewwan Qeedaar+ hundi gara keetti walitti qabamu.

      Korbeeyyiin hoolaa Nebaayot+ si tajaajilu.

      Isaanis iddoo aarsaa koo irratti aarsaa fudhatama qabu ni taʼu,+

      Anis mana koo isa ulfina qabeessa taʼe* nan miidhagsa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi