Haagee 2:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 “‘Ulfinni mana kanaa inni gara fuulduraa isa duraa ni caala’+ jedha Yihowaan Gooftaan Raayyaa. “‘Ani iddoo kanatti nagaa isiniif nan kenna’+ jedha Yihowaan Gooftaan Raayyaa.”
9 “‘Ulfinni mana kanaa inni gara fuulduraa isa duraa ni caala’+ jedha Yihowaan Gooftaan Raayyaa. “‘Ani iddoo kanatti nagaa isiniif nan kenna’+ jedha Yihowaan Gooftaan Raayyaa.”