Ermiyaas 49:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Qeedaarii+ fi mootummoota Hazoor warra Nebukadnezaar* mootiin Baabilon rukute ilaalchisee Yihowaan akkana jedha: “Kaʼaa, gara Qeedaaritti ol baʼaa,Ilmaan Bahaa sanas balleessaa.
28 Qeedaarii+ fi mootummoota Hazoor warra Nebukadnezaar* mootiin Baabilon rukute ilaalchisee Yihowaan akkana jedha: “Kaʼaa, gara Qeedaaritti ol baʼaa,Ilmaan Bahaa sanas balleessaa.