LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 25:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Maqaan ilmaan Ishmaaʼel, akka maqaa isaaniittii fi akka hidda dhalootaa maatii isaaniitti kana ture: Ilmi angafaa Ishmaaʼel Nebaayot,+ achiis Qeedaar,+ Adbaʼeel, Mibsaam,+

  • Isaayyaas 42:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Lafti onaanii fi magaalonni ishii,

      Gandeen Qeedaar+ keessa buufatu sunis haa iyyan.+

      Warri qarsaa keessa jiraatan haa ililchan;

      Isaan fiixee gaarotaa irraa haa iyyan.

  • Isaayyaas 60:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Bushaayeewwan Qeedaar+ hundi gara keetti walitti qabamu.

      Korbeeyyiin hoolaa Nebaayot+ si tajaajilu.

      Isaanis iddoo aarsaa koo irratti aarsaa fudhatama qabu ni taʼu,+

      Anis mana koo isa ulfina qabeessa taʼe* nan miidhagsa.+

  • Hisqiʼel 27:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Ati Arabootaa fi geggeessitoota Qeedaar+ warra hoolota xobbaallaa, korbeeyyii hoolaa fi reʼoota+ gurguran sana hundumaa mindeeffatteetta.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi