Uumama 25:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Maqaan ilmaan Ishmaaʼel, akka maqaa isaaniittii fi akka hidda dhalootaa maatii isaaniitti kana ture: Ilmi angafaa Ishmaaʼel Nebaayot,+ achiis Qeedaar,+ Adbaʼeel, Mibsaam,+ Isaayyaas 60:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Bushaayeewwan Qeedaar+ hundi gara keetti walitti qabamu. Korbeeyyiin hoolaa Nebaayot+ si tajaajilu. Isaanis iddoo aarsaa koo irratti aarsaa fudhatama qabu ni taʼu,+Anis mana koo isa ulfina qabeessa taʼe* nan miidhagsa.+
13 Maqaan ilmaan Ishmaaʼel, akka maqaa isaaniittii fi akka hidda dhalootaa maatii isaaniitti kana ture: Ilmi angafaa Ishmaaʼel Nebaayot,+ achiis Qeedaar,+ Adbaʼeel, Mibsaam,+
7 Bushaayeewwan Qeedaar+ hundi gara keetti walitti qabamu. Korbeeyyiin hoolaa Nebaayot+ si tajaajilu. Isaanis iddoo aarsaa koo irratti aarsaa fudhatama qabu ni taʼu,+Anis mana koo isa ulfina qabeessa taʼe* nan miidhagsa.+