-
Uumama 47:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Biyyi Gibxii si harka jira. Abbaan kee fi obboloonni kee kutaa biyyattii isa hundumaa caalaa gaarii taʼe keessa akka jiraatan godhi.+ Isaan biyya Gooshen keessa haa jiraatan; isaan gidduudhaa namoota gaʼumsa qaban kan beektu yoo taʼe, horii koo irratti itti gaafatamtoota isaan godhi.”
-