-
Uumama 45:17, 18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Kanaafuu, Faraʼoon Yoseefiin akkana jedhe: “Akkana jedhii obboloota keetti himi: ‘Akkana godhaa: Horiiwwan feʼumsaa keessan feʼadhaatii gara biyya Kanaʼaan dhaqaa; 18 abbaa keessanii fi maatiiwwan keessan fuudhaatii as gara koo kottaa. Ani wantoota gaggaarii biyya Gibxii isiniif nan kenna; isinis wanta kutaa biyyattii isa hunda irra caalu* irraa argamu ni nyaattu.’*+
-