LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 10:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Seem inni akaakilii ilmaan Ebeer+ hundumaa taʼee fi obboleessa Yaafeet isa angafaa* taʼes ilmaan ni dhalche.

  • Uumama 11:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Seenaan Seem+ kana dha.

      Seem Bishaan Badiisaa gaʼee waggaa lama booda yeroo Arfaaksaadiin+ dhalchetti umuriin isaa waggaa 100 ture.

  • Luqaas 3:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Yesuus+ yeroo hojii isaa jalqabetti umuriin isaa gara waggaa 30 ture;+ namoonnis akka inni

      ilma Yoseef+ taʼetti yaadu turan;

      Yoseef ilma Heelii,

  • Luqaas 3:36
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 36 Sheelaan ilma Qaayinaan,

      Qaayinaan ilma Arfaaksaad,+

      Arfaaksaad ilma Seem,+

      Seem ilma Noh,+

      Noh ilma Laameek,+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi