LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 1:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Yaaqoob Yoseefiin dhalche; Yoseef kun abbaa manaa Maariyaam ture; Maariyaam immoo ishii Yesuus isa Kiristoos jedhamu sana deesse dha.+

  • Maatewos 13:55
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 55 Kun ilma anaaxichaa mitii?+ Haati isaa Maariyaam jedhamti mitii? Obboloonni isaas Yaaqoob, Yoseef, Simoonii fi Yihudaa+ jedhamu mitii?

  • Luqaas 4:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Hundi isaaniis waaʼee isaa wanta gaarii dubbachuu jalqaban; kana malees, jechoota gaggaarii afaan isaa keessaa baʼan+ dinqisiifatanii, “Kun ilma Yoseef mitii?”+ jedhu turan.

  • Yohaannis 6:42
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 42 Achiis, “Kun Yesuus Ilma Yoseef, isa nuti abbaa isaa fi haadha isaa beeknu sana mitii?+ Maarree akkamitti, ‘Ani samii irraan buʼe’ jedha?” jedhan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi