Faarfannaa 45:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Ilmaan namootaa keessaa ati hunda caalaa bareedaa dha. Afaan kee keessaa dubbiin gaarummaa ni dhangalaʼa.+ Waaqayyo bara baraaf kan si eebbise kanaafi.+ Isaayyaas 50:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Isa dadhabeef dubbii sirrii taʼetti* fayyadamee akkamitti deebii* akkan kennu akkan beekuuf,+Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan arraba warra baratanii* naaf kenneera.+ Inni ganama ganama na dammaqsa;Akkuma warra barataniitti akkan dhagaʼuuf gurra koo ni dammaqsa.+
2 Ilmaan namootaa keessaa ati hunda caalaa bareedaa dha. Afaan kee keessaa dubbiin gaarummaa ni dhangalaʼa.+ Waaqayyo bara baraaf kan si eebbise kanaafi.+
4 Isa dadhabeef dubbii sirrii taʼetti* fayyadamee akkamitti deebii* akkan kennu akkan beekuuf,+Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan arraba warra baratanii* naaf kenneera.+ Inni ganama ganama na dammaqsa;Akkuma warra barataniitti akkan dhagaʼuuf gurra koo ni dammaqsa.+