Maatewos 12:46 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 46 Utuma inni namoota hedduu sanatti dubbachaa jiruu, haati isaa fi obboloonni isaa+ isa haasofsiisuu barbaadanii ala dhaabbatu turan.+ Yohaannis 2:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Kana booda inni, haati isaa, obboloonni isaa+ fi barattoonni isaa gara Qifirnaahomitti+ gad buʼan; haa taʼu malee, guyyoota hedduudhaaf achi hin turre. Hojii Ergamootaa 1:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Namoonni kun hundi dubartoota tokko tokkoo wajjin,+ akkasumas Maariyaam haadha Yesuusii fi obboloota isaa wajjin yaada tokkoon cimsanii kadhatu turan.+ 1 Qorontos 9:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Nuti akkuma ergamoota kaanii fi akka obboloota Gooftaa,+ akkasumas akka Keefaas*+ haadha manaa amantee* wajjin deemuuf mirga hin qabnuu?+ Galaatiyaa 1:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Taʼus ani Yaaqoob+ obboleessa Gooftaa malee, ergamoota kaan keessaa nama tokko illee hin argine.
46 Utuma inni namoota hedduu sanatti dubbachaa jiruu, haati isaa fi obboloonni isaa+ isa haasofsiisuu barbaadanii ala dhaabbatu turan.+
12 Kana booda inni, haati isaa, obboloonni isaa+ fi barattoonni isaa gara Qifirnaahomitti+ gad buʼan; haa taʼu malee, guyyoota hedduudhaaf achi hin turre.
14 Namoonni kun hundi dubartoota tokko tokkoo wajjin,+ akkasumas Maariyaam haadha Yesuusii fi obboloota isaa wajjin yaada tokkoon cimsanii kadhatu turan.+
5 Nuti akkuma ergamoota kaanii fi akka obboloota Gooftaa,+ akkasumas akka Keefaas*+ haadha manaa amantee* wajjin deemuuf mirga hin qabnuu?+