LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 13:55
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 55 Kun ilma anaaxichaa mitii?+ Haati isaa Maariyaam jedhamti mitii? Obboloonni isaas Yaaqoob, Yoseef, Simoonii fi Yihudaa+ jedhamu mitii?

  • Yohaannis 2:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Kana booda inni, haati isaa, obboloonni isaa+ fi barattoonni isaa gara Qifirnaahomitti+ gad buʼan; haa taʼu malee, guyyoota hedduudhaaf achi hin turre.

  • Hojii Ergamootaa 1:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Namoonni kun hundi dubartoota tokko tokkoo wajjin,+ akkasumas Maariyaam haadha Yesuusii fi obboloota isaa wajjin yaada tokkoon cimsanii kadhatu turan.+

  • 1 Qorontos 9:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Nuti akkuma ergamoota kaanii fi akka obboloota Gooftaa,+ akkasumas akka Keefaas*+ haadha manaa amantee* wajjin deemuuf mirga hin qabnuu?+

  • Galaatiyaa 1:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Taʼus ani Yaaqoob+ obboleessa Gooftaa malee, ergamoota kaan keessaa nama tokko illee hin argine.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi