Maatewos 13:55 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 55 Kun ilma anaaxichaa mitii?+ Haati isaa Maariyaam jedhamti mitii? Obboloonni isaas Yaaqoob, Yoseef, Simoonii fi Yihudaa+ jedhamu mitii? Maarqos 3:31 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 31 Yeroo kanatti haati isaa fi obboloonni isaa+ dhufanii ala dhaabbatanii ol seenee Yesuusiin akka isaaniif waamu nama tokko ergan.+ Luqaas 8:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Yeroo kanatti haati isaa fi obboloonni isaa+ gara isaa dhufan; haa taʼu malee, namoota hedduu sanaan kan kaʼe isatti dhihaachuu hin dandeenye.+ Hojii Ergamootaa 1:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Namoonni kun hundi dubartoota tokko tokkoo wajjin,+ akkasumas Maariyaam haadha Yesuusii fi obboloota isaa wajjin yaada tokkoon cimsanii kadhatu turan.+
55 Kun ilma anaaxichaa mitii?+ Haati isaa Maariyaam jedhamti mitii? Obboloonni isaas Yaaqoob, Yoseef, Simoonii fi Yihudaa+ jedhamu mitii?
31 Yeroo kanatti haati isaa fi obboloonni isaa+ dhufanii ala dhaabbatanii ol seenee Yesuusiin akka isaaniif waamu nama tokko ergan.+
19 Yeroo kanatti haati isaa fi obboloonni isaa+ gara isaa dhufan; haa taʼu malee, namoota hedduu sanaan kan kaʼe isatti dhihaachuu hin dandeenye.+
14 Namoonni kun hundi dubartoota tokko tokkoo wajjin,+ akkasumas Maariyaam haadha Yesuusii fi obboloota isaa wajjin yaada tokkoon cimsanii kadhatu turan.+