Maatewos 13:55 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 55 Kun ilma anaaxichaa mitii?+ Haati isaa Maariyaam jedhamti mitii? Obboloonni isaas Yaaqoob, Yoseef, Simoonii fi Yihudaa+ jedhamu mitii? Yohaannis 7:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Obboloonni isaa illee isatti hin amanne turan.+ Hojii Ergamootaa 1:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Namoonni kun hundi dubartoota tokko tokkoo wajjin,+ akkasumas Maariyaam haadha Yesuusii fi obboloota isaa wajjin yaada tokkoon cimsanii kadhatu turan.+
55 Kun ilma anaaxichaa mitii?+ Haati isaa Maariyaam jedhamti mitii? Obboloonni isaas Yaaqoob, Yoseef, Simoonii fi Yihudaa+ jedhamu mitii?
14 Namoonni kun hundi dubartoota tokko tokkoo wajjin,+ akkasumas Maariyaam haadha Yesuusii fi obboloota isaa wajjin yaada tokkoon cimsanii kadhatu turan.+