Maatewos 13:55 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 55 Kun ilma anaaxichaa mitii?+ Haati isaa Maariyaam jedhamti mitii? Obboloonni isaas Yaaqoob, Yoseef, Simoonii fi Yihudaa+ jedhamu mitii? Yohaannis 7:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Obboloonni isaa illee isatti hin amanne turan.+ Galaatiyaa 1:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Taʼus ani Yaaqoob+ obboleessa Gooftaa malee, ergamoota kaan keessaa nama tokko illee hin argine.
55 Kun ilma anaaxichaa mitii?+ Haati isaa Maariyaam jedhamti mitii? Obboloonni isaas Yaaqoob, Yoseef, Simoonii fi Yihudaa+ jedhamu mitii?