46 Utuma inni namoota hedduu sanatti dubbachaa jiruu, haati isaa fi obboloonni isaa+ isa haasofsiisuu barbaadanii ala dhaabbatu turan.+ 47 Kanaafuu, namni tokko, “Kunoo, haati tee fi obboloonni kee si haasofsiisuu barbaadanii ala dhaabbatanii jiru” isaan jedhe.