LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maarqos 3:31-35
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Yeroo kanatti haati isaa fi obboloonni isaa+ dhufanii ala dhaabbatanii ol seenee Yesuusiin akka isaaniif waamu nama tokko ergan.+ 32 Namoonni hedduun isatti marsanii taaʼanii utuu jiraniis, “Kunoo, haati tee fi obboloonni kee ala dhaabbatanii si barbaadaa jiru”+ isaan jedhan. 33 Yesuus garuu deebisee, “Haati tiyyaa fi obboloonni koo eenyu faʼi?” isaaniin jedhe. 34 Achiis warra isatti marsanii jiran sana ilaalee akkana jedhe: “Kunoo, haati tiyyaa fi obboloonni koo warra kana!+ 35 Namni fedhii Waaqayyoo raawwatu hundi, obboleessa, obboleettii fi haadha koo ti.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi