Lakkoofsa 26:5, 6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Ilmi Israaʼel inni angafaa Ruuben+ yeroo taʼu, ilmaan Ruuben+ kanneen kana turan: Hanook keessaa maatii Hanookotaa, Paaluu keessaa maatii Paalotaa, 6 Hesroon keessaa maatii Hesroonotaa, akkasumas Kaarmii keessaa maatii Kaarmotaa.
5 Ilmi Israaʼel inni angafaa Ruuben+ yeroo taʼu, ilmaan Ruuben+ kanneen kana turan: Hanook keessaa maatii Hanookotaa, Paaluu keessaa maatii Paalotaa, 6 Hesroon keessaa maatii Hesroonotaa, akkasumas Kaarmii keessaa maatii Kaarmotaa.