Uumama 46:8, 9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Maqaan ilmaan Israaʼel, jechuunis ilmaan Yaaqoob warra gara Gibxii dhufanii kana dha:+ Ilmi angafaa Yaaqoob Ruuben+ ture. 9 Ilmaan Ruuben Hanook, Paaluu, Hesroonii fi Kaarmii turan.+ Baʼuu 6:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Kanneen kun dura buutota mana abbootii isaanii turan: Ilmaan Ruuben isa ilma angafaa Israaʼel+ taʼee Hanook, Paaluu, Hesroonii fi Kaarmii turan.+ Kanneen kun maatiiwwan Ruuben turan.
8 Maqaan ilmaan Israaʼel, jechuunis ilmaan Yaaqoob warra gara Gibxii dhufanii kana dha:+ Ilmi angafaa Yaaqoob Ruuben+ ture. 9 Ilmaan Ruuben Hanook, Paaluu, Hesroonii fi Kaarmii turan.+
14 Kanneen kun dura buutota mana abbootii isaanii turan: Ilmaan Ruuben isa ilma angafaa Israaʼel+ taʼee Hanook, Paaluu, Hesroonii fi Kaarmii turan.+ Kanneen kun maatiiwwan Ruuben turan.