-
Lakkoofsa 26:12, 13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Ilmaan Simiʼoon+ akka maatii maatii isaaniitti kanneen kana turan: Nemuʼel keessaa maatii Nemuʼelotaa, Yaamiin keessaa maatii Yaamiinotaa, Yaakiin keessaa maatii Yaakiinotaa, 13 Zeeraa keessaa maatii Zeerotaa, akkasumas Shaawul keessaa maatii Shaawulotaa.
-