-
Uumama 35:23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Ilmaan inni Liyaa irraa dhalche, ilma isaa isa angafaa kan taʼe Ruuben,+ achiis Simiʼoon, Leewwii, Yihudaa, Yisaakorii fi Zaabiloon turan.
-
-
Baʼuu 6:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Ilmaan Simiʼoon Yemuʼel, Yaamiin, Ohaad, Yaakiin, Zohaarii fi Shaawul isa ilma dubartii biyya Kanaʼaan taate sanaa turan.+ Kanneen kun maatiiwwan Simiʼoon turan.
-