Uumama 29:35 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 35 Ishiin ammas ulfooftee ilma deesse; achiis, “Amma ani Yihowaa nan jajadha” jette. Kanaafuu, maqaa isaa Yihudaa*+ jettee moggaaste. Sana booda ishiin daʼumsa ni dhaabde. Mulʼata 5:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Haa taʼu malee, jaarsolii sana keessaa inni tokko, “Hin booʼin. Kunoo, Leenci gosa Yihudaa,+ hiddi+ Daawit,+ maraa kitaabaa kana hiikuu fi chaappaawwan isaa torban banuuf injifateera”+ naan jedhe.
35 Ishiin ammas ulfooftee ilma deesse; achiis, “Amma ani Yihowaa nan jajadha” jette. Kanaafuu, maqaa isaa Yihudaa*+ jettee moggaaste. Sana booda ishiin daʼumsa ni dhaabde.
5 Haa taʼu malee, jaarsolii sana keessaa inni tokko, “Hin booʼin. Kunoo, Leenci gosa Yihudaa,+ hiddi+ Daawit,+ maraa kitaabaa kana hiikuu fi chaappaawwan isaa torban banuuf injifateera”+ naan jedhe.