LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 35:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Ilmaan inni Liyaa irraa dhalche, ilma isaa isa angafaa kan taʼe Ruuben,+ achiis Simiʼoon, Leewwii, Yihudaa, Yisaakorii fi Zaabiloon turan.

  • Uumama 37:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Yeroo kanatti Yihudaan obboloota isaatiin akkana jedhe: “Obboleessa keenya ajjeesnee dhiiga isaa dhoksuun keenya faayidaa maalii qaba?+

  • Uumama 44:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Yeroo kanatti Yihudaan isatti dhihaatee akkana jedhe: “Yaa gooftaa koo, sin kadhadha, ati akkuma Faraʼoon waan taateef,+ maaloo ani garbichi kee wanta tokko si gooftaa kootti akkan dubbadhu naaf heyyami; ana garbicha keettis hin aarin.

  • Uumama 49:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Yaa Yihudaa,+ siin garuu obboloonni kee si jajatu.+ Harki kee morma diinota keetii irra ni taʼa.+ Ilmaan abbaa keetiis si duratti ni sagadu.+

  • 1 Seenaa Baraa 2:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Ilmaan Yihudaa, Eer, Onaanii fi Sheelaa turan. Yihudaan ilmaan kana sadan kan dhalche intala Shuʼaa Kanaʼaanittii irraa ture.+ Haa taʼu malee, Eer ilmi Yihudaa inni angafaa Yihowaa waan gaddisiiseef, inni isa ni ajjeese.+

  • Mulʼata 5:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Haa taʼu malee, jaarsolii sana keessaa inni tokko, “Hin booʼin. Kunoo, Leenci gosa Yihudaa,+ hiddi+ Daawit,+ maraa kitaabaa kana hiikuu fi chaappaawwan isaa torban banuuf injifateera”+ naan jedhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi