-
Uumama 43:8, 9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Achiis Yihudaan akkana jedhee abbaa isaa Israaʼelitti dubbate: “Nuti, atii fi ijoolleen keenya akka jiraannu,+ akka hin duuneefis,+ mucicha anaa wajjin ergi;+ nutis karaa keenya haa qajeellu. 9 Ani nageenya isaatiif wabii nan taʼa.+ Wanti tokko yoo isa irra gaʼe ani ittan gaafatama. Isa gara keetti deebisee yoon fiduu baadhe, jireenya koo guutuu si duratti cubbamaa nan taʼa.
-