LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 49:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Yaa Yihudaa,+ siin garuu obboloonni kee si jajatu.+ Harki kee morma diinota keetii irra ni taʼa.+ Ilmaan abbaa keetiis si duratti ni sagadu.+

  • Uumama 49:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Hamma Shiiloon* dhufutti,+ uleen mootii Yihudaa+ keessaa, uleen ajajaas miila isaa gidduudhaa hin baʼu; saboonnis isaaf ni ajajamu.+

  • Lakkoofsa 2:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 “Kallattii bahaatiin, jechuunis gara aduun baatuun gareen Yihudaa inni gosoota sadii qabate akka garee garee* isaatti ni buufata; Naʼaasoon+ ilmi Aminaadaab ajajaa ilmaan Yihudaa ti.

  • Lakkoofsa 10:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Kanaafuu, jalqaba irratti buufanni garee Yihudaa inni gosoota sadii qabate akka garee garee* isaatti kaʼee ni deeme; Naʼaasoon+ ilmi Aminaadaab ajajaa garee sanaa ture.

  • Abbootii Murtii 1:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 1 Iyyaasuun erga duʼee booda,+ Israaʼelonni,* “Nu keessaa Kanaʼaanota waraanuuf dursee kan ol baʼu eenyu?” jedhanii Yihowaa gaafatan.+ 2 Yihowaanis, “Yihudaan ol ni baʼa.+ Kunoo, ani biyyattii harka isaatti dabarsee nan kenna”* jedhe.

  • Faarfannaa 60:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Akkuma Minaaseen kan koo taʼe, Giiliyaadis kan koo ti,+

      Efreem baarmeexaa sibiilaa* mataa kootii ti;

      Yihudaan ulee* koo ti.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi