-
Lakkoofsa 27:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Kanaafuu, Yihowaan Museedhaan akkana jedhe: “Iyyaasuu ilma Nuun isa hafuurri irra jiru sana fuudhiitii harka kee isa irra kaaʼi.+
-
-
Lakkoofsa 27:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Innis Eleʼazaar lubicha isa Uuriimiitti fayyadamee murtii Yihowaa isaaf gaafatu dura ni dhaabbata.+ Innii fi Israaʼelonni isaa wajjin jiran, akkasumas guutummaan yaaʼichaa ajaja isaatiin gad ni baʼu, ajaja isaatiinis ol ni seenu.”
-
-
Abbootii Murtii 20:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Isaanis Waaqayyoon gaafachuuf+ kaʼanii gara Beetelitti ol ni baʼan. Achiis namoonni Israaʼel, “Nu keessaa Biiniyaamota waraanuuf eenyutu dursee ol baʼuu qaba?” jedhanii gaafatan. Yihowaanis, “Yihudaan dursee haa baʼu” jedhee deebise.
-