-
Hojii Ergamootaa 6:5, 6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Wanti isaan jedhan kunis hunda isaanii gammachiise; kanaafuu, Isxifaanos isa amantii fi hafuura qulqulluudhaan guutame, akkasumas Filiphoos,+ Phirokoros, Niqaanoor, Ximoon, Pharmeenaasii fi Niqolaawos nama Anxokiyaa isa amantii Yihudii fudhate filatan. 6 Namoota kana gara ergamootaatti fidan; isaanis erga kadhatanii booda, harka isaanii isaan irra kaaʼan.+
-