-
Baʼuu 28:30Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
30 Atis kiisii qomaa isa murtii Waaqayyoo beekuuf gargaaru sana keessa Uuriimii fi Tuumiimii*+ ni keessa; isaanis yeroo inni seenee Yihowaa duratti dhihaatutti qoma Aaron irra ni taʼu; Aaron wantoota Israaʼelotaaf murtoo kennuuf gargaaran kana Yihowaa duratti yeroo hundumaa qoma isaa irratti ni baata.
-
-
1 Saamuʼel 23:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Daawitis Saaʼol isa miidhuuf mala itti qopheessaa akka jiru yommuu hubatu, Abiyaataar lubichaan, “Efuudicha as fidi” jedhe.+
-