-
Lakkoofsa 27:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Innis Eleʼazaar lubicha isa Uuriimiitti fayyadamee murtii Yihowaa isaaf gaafatu dura ni dhaabbata.+ Innii fi Israaʼelonni isaa wajjin jiran, akkasumas guutummaan yaaʼichaa ajaja isaatiin gad ni baʼu, ajaja isaatiinis ol ni seenu.”
-
-
Keessa Deebii 33:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Waaʼee Leewwii akkana jedhe:+
Atis bishaan Mariibaa biratti isa loluu jalqabde;+
-
Izraa 2:62, 63Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
62 Kanneen kun, hidda dhalootaa isaanii mirkaneeffachuuf galmee keessaa kan barbaadan taʼus, argachuu waan hin dandeenyeef hojii lubummaa irraa ni ittifaman.*+ 63 Bulchaan* sunis lubni Uuriimii fi Tuumiimiidhaan+ gorsa gaafatu hamma argamutti wantoota hundumaa caalaa qulqulluu taʼan+ irraa nyaachuu akka hin dandeenye isaanitti hime.
-
-
-