LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 28:30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Atis kiisii qomaa isa murtii Waaqayyoo beekuuf gargaaru sana keessa Uuriimii fi Tuumiimii*+ ni keessa; isaanis yeroo inni seenee Yihowaa duratti dhihaatutti qoma Aaron irra ni taʼu; Aaron wantoota Israaʼelotaaf murtoo kennuuf gargaaran kana Yihowaa duratti yeroo hundumaa qoma isaa irratti ni baata.

  • Leewwota 8:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Kanaafuu, Museen Aaronii fi ilmaan isaa dhiheessee bishaaniin isaan dhiqe.+

  • Leewwota 8:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Kiisii qomaa+ sana isa irra ni kaaʼe; Uuriimii fi Tuumiimii+ sanas kiisii qomaa sana keessa kaaʼe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi