Uumama 49:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Simiʼoonii fi Leewwiin obbolaa dha.+ Meeshaawwan waraanaa isaan ittiin ajjeesan meeshaawwan jeequmsaa ti.+ Lakkoofsa 3:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 “Kunoo, ani Israaʼelota keessaa bakka angafoota Israaʼelotaa hundumaa* Leewwota nan fudhadha;+ Leewwonni kan koo ni taʼu.
5 Simiʼoonii fi Leewwiin obbolaa dha.+ Meeshaawwan waraanaa isaan ittiin ajjeesan meeshaawwan jeequmsaa ti.+
12 “Kunoo, ani Israaʼelota keessaa bakka angafoota Israaʼelotaa hundumaa* Leewwota nan fudhadha;+ Leewwonni kan koo ni taʼu.