25 Haa taʼu malee, guyyaa sadaffaatti utuma madaan isaanii hin qoorin ilmaan Yaaqoob lamaan Simiʼoonii fi Leewwiin warri obboloota Diinaa+ taʼan, goraadee isaanii fudhatanii eenyu iyyuu utuu isaan hin shakkin gara magaalattiitti seenanii dhiirota hundumaa ajjeesan.+