LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Nahimiyaa 8:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Nahimiyaan inni yeroo sanatti bulchaa* ture, Izraan+ lubichi inni garagalchituu* taʼee fi Leewwonni warri sabicha barsiisan guutummaa sabichaatiin, “Guyyaan kun Waaqa keessan Yihowaadhaaf qulqulluu dha.+ Hin gaddinaa yookiin hin booʼinaa” jedhan. Akkana kan jedhan namoonni sun hundi dubbii Seerichaa yeroo dhagaʼanitti booʼaa waan turaniifi.

  • Nahimiyaa 10:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Warri waliigaltee sana irratti chaappaa isaanii kaaʼuudhaan+ raggaasisan kanneen kana turan:

      Nahimiyaa ilma Hakaaliyaa isa bulchaa* taʼe,

      Akkasumas Zedeeqiyaa,

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi