Nahimiyaa 9:38 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 38 “Kana hundumaatiin kan kaʼe, waliigaltee cimaa barreeffamaan kaaʼame ni goona;+ walii galteen kunis chaappaa bulchitoota keenyaa, Leewwota keenyaa fi luboota keenyaatiin kan raggaasifame ni taʼa.”+
38 “Kana hundumaatiin kan kaʼe, waliigaltee cimaa barreeffamaan kaaʼame ni goona;+ walii galteen kunis chaappaa bulchitoota keenyaa, Leewwota keenyaa fi luboota keenyaatiin kan raggaasifame ni taʼa.”+