- 
	                        
            
            2 Mootota 23:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
3 Mootichi dubbii kakuu kana keessatti argamu isa kitaaba kana keessatti barreeffame hundumaa raawwachuudhaan, Yihowaa duukaa buʼuuf, akkasumas ajajawwan isaa, yaadachiisawwan isaa fi dambiiwwan isaa garaa isaa guutuu fi lubbuu* isaa guutuudhaan eeguuf, utubaa sana bira dhaabbatee Yihowaa duratti kakuu gale.*+ Namoonni sun hundis kakuu kana irratti walii galan.+
 
 -