-
2 Seenaa Baraa 29:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Ammas dheekkamsi isaa inni bobaʼu nu irraa akka deebiʼuuf, Yihowaa Waaqa Israaʼelii wajjin kakuu galuun fedhii garaa kootii ti.+
-
-
2 Seenaa Baraa 34:31Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
31 Mootichi dubbii kakuu kana keessatti argamu isa kitaaba kana keessatti barreeffame hundumaa+ raawwachuudhaan, Yihowaa duukaa buʼuuf, akkasumas ajajawwan isaa, yaadachiisawwan isaa fi dambiiwwan isaa garaa isaa guutuu fi lubbuu* isaa guutuudhaan+ eeguuf, iddoo isaa dhaabbatee Yihowaa duratti kakuu gale.*+
-