3 Amma, qajeelfama Yihowaa fi qajeelfama warra ajaja Waaqa keenyaatiif kabaja qabanii+ wajjin haala wal simuun, haadhotii manaa keenyaa fi ijoollee isaan irraa dhalatan hundumaa geggeessuuf Waaqa keenyaa wajjin kakuu haa gallu.+ Akka Seerichi jedhuttis tarkaanfii haa fudhannu.