LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Seenaa Baraa 15:10-13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Kanaafuu, Aasaan mootii taʼee waggaa 15ffaa isaatti, waggicha keessaa jiʼa sadaffaatti isaan Yerusaalemitti walitti ni qabaman. 11 Isaanis guyyaa sanatti boojuu fidan keessaa loon 700 fi hoolota 7,000 Yihowaadhaaf aarsaa godhan. 12 Kana malees, isaan garaa isaanii guutuu fi lubbuu* isaanii guutuudhaan Waaqa abbootii isaanii kan taʼe Yihowaa barbaaddachuuf kakuu ni galan.+ 13 Namni Yihowaa isa Waaqa Israaʼel taʼe hin barbaaddanne kam iyyuu guddaas taʼe xinnaa, dhiiras taʼe dubartii akka ajjeefamu walii galan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi