Keessa Deebii 31:24-26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Museen guutummaa dubbii Seera kanaa kitaaba tokko irratti barreessee+ akkuma xumureen, 25 Leewwota warra taabota kakuu Yihowaa baatan akkana jedhee ajaje: 26 “Kitaaba Seerichaa+ kana fuudhaatii taabota+ kakuu Waaqa keessan Yihowaa bira kaaʼaa; innis achitti isin irratti ragaa baatuu ni taʼa. 2 Mootota 22:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Boodas Hilqiyaan inni luba ol aanaa taʼe Shaafaan isa barreessaa taʼeen,+ “Mana Yihowaa keessaa kitaaba Seerichaa+ argadheera” jedhe. Kanaafuu, Hilqiyaan kitaabicha Shaafaanitti kenne; innis kitaabicha dubbisuu jalqabe.+
24 Museen guutummaa dubbii Seera kanaa kitaaba tokko irratti barreessee+ akkuma xumureen, 25 Leewwota warra taabota kakuu Yihowaa baatan akkana jedhee ajaje: 26 “Kitaaba Seerichaa+ kana fuudhaatii taabota+ kakuu Waaqa keessan Yihowaa bira kaaʼaa; innis achitti isin irratti ragaa baatuu ni taʼa.
8 Boodas Hilqiyaan inni luba ol aanaa taʼe Shaafaan isa barreessaa taʼeen,+ “Mana Yihowaa keessaa kitaaba Seerichaa+ argadheera” jedhe. Kanaafuu, Hilqiyaan kitaabicha Shaafaanitti kenne; innis kitaabicha dubbisuu jalqabe.+