Keessa Deebii 17:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Teessoo mootummaa isaa irra yommuu taaʼutti, garagalchii Seerichaa isa Leewwota luboota taʼan irraa fudhatame+ kana ofii isaatiif kitaaba* irratti haa garagalfatu. 2 Seenaa Baraa 34:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Isaan maallaqicha isa gara mana Yihowaatti fidame yeroo baasanitti,+ Hilqiyaan lubichi kitaaba Seera Yihowaa+ isa karaa Musee*+ kenname ni argate.
18 Teessoo mootummaa isaa irra yommuu taaʼutti, garagalchii Seerichaa isa Leewwota luboota taʼan irraa fudhatame+ kana ofii isaatiif kitaaba* irratti haa garagalfatu.
14 Isaan maallaqicha isa gara mana Yihowaatti fidame yeroo baasanitti,+ Hilqiyaan lubichi kitaaba Seera Yihowaa+ isa karaa Musee*+ kenname ni argate.