LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 17:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Teessoo mootummaa isaa irra yommuu taaʼutti, garagalchii Seerichaa isa Leewwota luboota taʼan irraa fudhatame+ kana ofii isaatiif kitaaba* irratti haa garagalfatu.

  • Keessa Deebii 31:24-26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Museen guutummaa dubbii Seera kanaa kitaaba tokko irratti barreessee+ akkuma xumureen, 25 Leewwota warra taabota kakuu Yihowaa baatan akkana jedhee ajaje: 26 “Kitaaba Seerichaa+ kana fuudhaatii taabota+ kakuu Waaqa keessan Yihowaa bira kaaʼaa; innis achitti isin irratti ragaa baatuu ni taʼa.

  • Iyyaasuu 1:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Wanta achi keessatti barreeffame hundumaa of eeggannoodhaan akka eegduuf,+ kitaabni Seeraa kun afaan kee keessaa hin dhabamin;+ halkanii fi guyyaas sagalee kee gad qabii isa dubbisi;* akkana yoo goote, daandiin kee milkaaʼina ni argata, ogummaadhaanis ni deddeebita.+

  • 2 Mootota 22:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Boodas Hilqiyaan inni luba ol aanaa taʼe Shaafaan isa barreessaa taʼeen,+ “Mana Yihowaa keessaa kitaaba Seerichaa+ argadheera” jedhe. Kanaafuu, Hilqiyaan kitaabicha Shaafaanitti kenne; innis kitaabicha dubbisuu jalqabe.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi