LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 11:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Achiis Yehoyaadaan, isaan saba Yihowaa taʼanii akka itti fufaniif, Yihowaa, mootichaa fi sabicha gidduutti kakuun akka galamu godhe;+ inni mootichaa fi sabicha gidduuttis kakuun akka galamu godhe.+

  • 2 Seenaa Baraa 15:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Kanaafuu, Aasaan mootii taʼee waggaa 15ffaa isaatti, waggicha keessaa jiʼa sadaffaatti isaan Yerusaalemitti walitti ni qabaman.

  • 2 Seenaa Baraa 15:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Kana malees, isaan garaa isaanii guutuu fi lubbuu* isaanii guutuudhaan Waaqa abbootii isaanii kan taʼe Yihowaa barbaaddachuuf kakuu ni galan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi