Uumama 49:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Yaa Yihudaa,+ siin garuu obboloonni kee si jajatu.+ Harki kee morma diinota keetii irra ni taʼa.+ Ilmaan abbaa keetiis si duratti ni sagadu.+ Keessa Deebii 33:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Yihudaas akkana jedhee eebbise:+ “Yaa Yihowaa, sagalee Yihudaa dhagaʼi;+Gara saba isaattis isa deebisi. Irreen isaa wanta kan isaa taʼeef eegumsa godheera;*Atis diinota isaa irraa isa eegi.”+ 1 Seenaa Baraa 5:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Yihudaan+ obboloota isaa kan caaluu fi inni geggeessaa taʼu karaa isaa kan dhufe+ taʼus, mirgi angafummaa kan kenname Yoseefiif ture.
8 Yaa Yihudaa,+ siin garuu obboloonni kee si jajatu.+ Harki kee morma diinota keetii irra ni taʼa.+ Ilmaan abbaa keetiis si duratti ni sagadu.+
7 Yihudaas akkana jedhee eebbise:+ “Yaa Yihowaa, sagalee Yihudaa dhagaʼi;+Gara saba isaattis isa deebisi. Irreen isaa wanta kan isaa taʼeef eegumsa godheera;*Atis diinota isaa irraa isa eegi.”+
2 Yihudaan+ obboloota isaa kan caaluu fi inni geggeessaa taʼu karaa isaa kan dhufe+ taʼus, mirgi angafummaa kan kenname Yoseefiif ture.