LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 13:29-31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Kana malees, Museen walakkaa gosa Minaaseetiif, jechuunis gosa Minaasee isa walakkaadhaaf akka maatii maatii isaaniitti dhaala ni kenne.+ 30 Naannoon isaanii Mahaanaayim+ irraa jalqabee hamma guutummaa Baashaanitti, jechuunis guutummaa bulchiinsa Oog mootii Baashaan, akkasumas gandeen dunkaanotaa Yaaʼir+ warra Baashaan keessa jiran hundumaa, magaalota 60 ni dabalata. 31 Walakkaan Giiliyaad, Ashtaarotii fi Edraay+ warri magaalota bulchiinsa Oog mootii Baashaan taʼan ilmaan Maakiir+ ilma Minaaseetiif, akka maatii maatii isaaniitti walakkaa ilmaan Maakiiriif ni kenname.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi