LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 38:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Ilma angafaa Yihudaa kan taʼe Eer garuu Yihowaa gaddisiisa ture; kanaafuu, Yihowaan isa ajjeese.

  • Uumama 38:9, 10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Onaan garuu sanyiin sun kan isaa akka taʼetti akka hin ilaalamne ni hubate.+ Kanaafuu, inni obboleessa isaatiif sanyii akka hin argamsiisnetti, yeroo ishii wajjin saalqunnamtii raawwatu sanyii isaa lafa irratti dhangalaasa ture.+ 10 Wanti inni raawwate Yihowaa duratti hamaa waan tureef, inni isas ni ajjeese.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi