Uumama 35:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Duʼuu ishii yeroo xinnoo dura* (ishiin duʼuu jala geessee waan turteef), maqaa isaa Benʼonii* jettee moggaaste; abbaan isaa garuu maqaa isaa Biiniyaam*+ jedhee moggaase.
18 Duʼuu ishii yeroo xinnoo dura* (ishiin duʼuu jala geessee waan turteef), maqaa isaa Benʼonii* jettee moggaaste; abbaan isaa garuu maqaa isaa Biiniyaam*+ jedhee moggaase.