-
Keessa Deebii 33:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Waaʼee Biiniyaam akkana jedhe:+
“Inni Yihowaa biratti jaallatamaa taʼe sun tasgabbiidhaan isa bira haa jiraatu;
Guyyaa guutuu inni dahoo isaaf ni taʼa;
Inni gateettiiwwan isaa gidduu ni jiraata.”
-