LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Abbootii Murtii 20:15, 16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Namoota Gibeʼaa filatamoo taʼan 700 utuu hin dabalatin, Biiniyaamonni goraadee hidhatan 26,000 guyyaa sanatti magaalota isaanii keessaa walitti ni qabaman. 16 Raayyaa waraanaa kana keessa namoonni filatamoon bitaacha taʼan 700 jiru turan. Namoonni kun hundi warra dhagaa furrisanii qalʼaa kutani dha.*

  • 1 Saamuʼel 9:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 “Boru gara saʼaatii kanaatti, ani nama biyya Biiniyaamii+ dhufe tokko gara keetti nan erga. Atis saba koo Israaʼel irratti geggeessaa godhii isa muudi;+ inni saba koo harka Filisxeemotaa jalaa ni oolcha. Ani gadadoo saba kootii argeera; iyyi isaaniis na bira gaʼeera.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi