1 Saamuʼel 10:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Achiis Saamuʼel qaruuraa zayitii fudhatee zayiticha mataa Saaʼol irratti dhangalaase.+ Isa dhungatees akkana isaan jedhe: “Yihowaan akka ati dhaala isaa+ irratti mootii taatuuf si dibeera mitii?+ 1 Saamuʼel 15:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Achiis Saamuʼel Saaʼoliin akkana jedhe: “Yihowaan saba isaa Israaʼel irratti mootii godhee akkan si dibu kan erge anaan ture;+ ammas wanta Yihowaan jedhu dhagaʼi.+
10 Achiis Saamuʼel qaruuraa zayitii fudhatee zayiticha mataa Saaʼol irratti dhangalaase.+ Isa dhungatees akkana isaan jedhe: “Yihowaan akka ati dhaala isaa+ irratti mootii taatuuf si dibeera mitii?+
15 Achiis Saamuʼel Saaʼoliin akkana jedhe: “Yihowaan saba isaa Israaʼel irratti mootii godhee akkan si dibu kan erge anaan ture;+ ammas wanta Yihowaan jedhu dhagaʼi.+